Hangafa pōdkāstī Afān Oromo ! Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!! Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)
Kurfii lamaffaa kana gubbaatti Jaal Adam Kabiiraan gama biyya Saa'udiyaatti erga taakke kaasee, achirraa Somaleetti, Somaleerraa gama Keniyaa keessatti haala...
Kurfii duraa kana gubbaatti, Jaal Adam Kabiiraan gaaffii "Oromoon Eessaa Ka'anii As-gahan?" gaaffii jattuu deebisuuf, jiruu-jireenya ummmata Oromo ganda itti...
Qophii kana gubbaatti,Filmaata PPn qopheessiteef jaarmayaalee fi namoota dhuunfaan naannoo Oromiyaa, Dire Dawaafi Shaggar keessatti dorgomoof deeman irraa...
Qophii kana gubbaatti; Jilli mootummaa Itoophiyaa Ziyaaraaf Ameerikaa dhaqan, Mormitootni Mootummaa Itoophiyaa hagoon "Port Sudan"itti walargan, UN waajjira...
Qophii gabaabdu kana keessatti waahee mirgaafi mirga goonfatan dhabuu seettii waliin qooddanna.Dhihaadhaa
Qophii kana keessatti, Qooda mootummaan Imaraatii dantaa warra Masrii, Libiyaafi Yamanii keessa seenuun hameenya dalagde jadhamee hamatamtuu: humna waraana...
Kurfii kana gubbaatti, filmaata bara June 2026 Itiyoophiyaa keessatti gaggeeffamuuf deemurraa qooda fudhachuuf dhaabbilee Siyaasaa hiriira galaniifi waahee...
Mariin Ameerikaa-Iiraan Jidduu Islamabaditti gaggeefamaa ture hongahe.Dhihaadhaa!
Qophii gabaabdu kana keessatti lola Iiraan irratti gaggeefma tureefi araara torban lamaaf godhamterran isniif gabaasa.Dhihaadhaa!
Qophii kana keessatti: Warri " Evangelical" Ameerikaa, masaraa mootummaa keessatti waraanni Ameerikaa Lola Amantii gaggeesaa akka jiruufi Presidaant Trump...
Qophii kana gubbaat,Taateewwan ijoo guyyoota muraasa dabran keessatti aduunyaafi Gaanfa Afrikaa keessatti mumullatan irraa waliin qooddanna.Dhihaadhaa!!
Kurfii kana gubbaatti: Lolaafi olola Ameerikaa-Israael biyya Iiraan irratti ofaa jiran, Haal-Duree araaraaf Iiraan qopheessite, Hormuuz keessa hulluuquu...
Qophii gabaabduu kana keessatti, Gaazeexaa "Birhaaninnaa Selaam" gubbaatti bara 1932 keessatti ololla mootummaa Jimmaa diiguufu oofama turte irraa haga tokko...
Qophii kana keessatti; Kuubaafi rakkoo keessa jirtu, Torban kana Lola Ameerikaa-Israael Iiraan irraatti gaggeessaa jiran irraa odeessa ijoo, Warri...
Kurfii gabaabdu kana gubbaatti: lola aduunyaa amma gaggeefamaa jirurfi Filmaata 7ffaa Itoophiyaan gaggeessuuf deemturraa yaada gabaabdu. Dhihaadhaa!
Qophii kana keessatti taateewwan torban kana mullatan keessaa warra ijoo tahan irraa wolyayyaadachiifna.Dhihaadhaa!
Qophii kana keessatti: Lola Ameerikaa-Israa'eel Iiraan irratti eegalan, Somaleen Xayyaara (Jeetti) Lolaa bitachuuf Pakistaaniin woliigalate, Israeel warri...
Kurfii kana keessatti, Waan "Munich Security Conference" gubbaatti dubbatame keessaa haga nulaallatu, Yakka daguuggii-shanyii ummata Darfur irratti...
Qophii kana gubbaat: Ziyaaraa warra Sa'uudi Arabiyaa gama Itoophiyaafi Eritiraa, Xalayaa mootummaan Itoophiyaa mootummaa Eritiraatti barreessite, Dubbiin...
Qophii kana keessatti waan torban kana mummull'atan irraa: Hariiroo Liibiyaafi Pakistaan, Woliigaltee Turkiyyee fi Masrii, Mootummaa Trump fi Afrikaa(...
Showing the latest 20 of 297. Every episode is in the API: GET /v1/podcasts/pod_499a7qvjknabqt78gvswnabb6b/episodes